Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28
Dhaddacha Jaalalaa Iyyannoo 1ffaaGalmee iyyannoo GIY-59 As wr wb qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Rabbiin Mindaa keessan jannatal firdawsiin isinii haa deebisu. Ani maqaan kiyya N.H Jedhama. Namni an himachuuf dhufe haadha manaa tiyya. Haadha manaa tiyya akkaanin jaaladha. Ishiinis akkaan na jaalatti. Keessumattuu gama ibaadaatti, haalaa amalli isii waan akkaan qalbii tiyya gammachiiserraahi. Kabajaafi jaalalli isiin maatii kiyyaaf qabdus guddaadha. Duuba maali ree wanti intala gaarii tanarraa himattu naan hin jedhinaa. Anuu waan na dhibde isinii himuuf deema. Aniifi jaartiin tiyya yeroo walitti qanani’uuf gara firaashaa deemnu, qaama saalaa kee dhungachuu fedha naan jetti. Yoon ani waan isiin jettu kana dide. Ishiinis na dura dhaabbattee duyda natti galtee rafti. An ammo haalli kun haala ummata yahuudaati jedheen dide. Ishiin ammo lakki anaafi ati halaal wal godhannee jirra humaa hin qabu jettee na dura dhaabbatti. Wanti kun yeroo heddu natti deddeebi’ee jira. Waan isiin na gaafattu kana an jibbaa dhufee jira. Sababaa kanaaf way bultiin teenya diigamtii jedhee waanin sodaadheef, iyyannoo tiyya galmee jabduu irratti galmeeffadhee gama keessan dhufe. Murtii abbaan murtii naa kennu obsaan eeggadha. Ws wr wb. Iyyannoo 2ffaaGalmee Iyyannoo GIY-60 As wr wb Qopheessitoota Qophii dhaddacha Jaalalaa. Maa shaa ALLAAH, qophiin dhaddacha jaalalaa hedduu tokko nu gammachiise. Barumsa guddaallee irraa argataa jirra. Jazaakumullaahu khayran. Maqaan kiyya Y.A jedhama. Biyya Arabaa Kuweet irraa iyyachutti jira. Aniifi Abbaan manaa kiyya karaa halaalaatiin nikaaha godhannee bultii gammachuu jiraachutti jirra. Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin. Abbaan manaa kiyya gaariin kun hedduu na jaalata. Anilleen hedduu isa jaaladha. Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin. Rabbiin nama addunyaafi aakhiratti waliin mikaahu nu haa taasisu. Wanti gama dhaddacha kanaa na fide dhimmi gabaabduu takka. Aniifi abbaan manaa kiyya gaafa dura wal fuunu waan irratti walii galle qabna. Anaafi innis biyya Arabaa keessa jiraanna. Nu lameenuu hanga humna keenyaatiin carraaqannee, waan arganne walitti buusnee gama biyyaa erganna. Achi booda abbaan kiyyaafi abbaan isaa walitti dhufanii mallaqa nuti erganne kanaan waan tokko akka nuu dalagan walii gallee sharxii tanarratti wal fuune. Eeguma wal fuunee wajji jiraachuu eegallee booda abbaan manaa kiyya sharxii irratti walii galle kana diigee, waan anaafi ati wajji dalagannu Abbaan kee beekuu hin qabu. Waan hunda abbaan kiyya nuuf godha. Mallaqa Abbaa kiyya qofatti ergina. Abbaan kiyya waan nuuf tahu kophama isaa nuuf haa godhu naan jechuu eegale. Dubbiin isaa tun hamilee na cabsite. Mallaqa kana akkam tahee akka argadhu anumaatu beeka. Hedduu itti dadhabee argadha. Waan ifaajee guddaana argadhu kana ammo osoo abbaan kiyya quba hin qabne usee erguun hedduu natti ulfaate. Mee maal naaf dhaamtan. Anaafi isaafis waan faaydaa nuuf qabu nuuf dhaamaa. Ajaja jaarsa kiyyaa fudhee mallaqa kiyya gama abbaa isaa haa ergu moo, wanti biro ka furmaata naaf gootan yoo jiraate murtii abbaa murtii obsaan eeggadha. Ws wr wb. Copyright Notice: Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions. We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

"Qaama Saalaa 2 Qabdi" Dhaddacha Jaalalaa 26

Jaarsi kiyya haqa firaashaa naaf hin guutu! Dhaddacha Jaalalaa 9ffaa

Galaana Jaalalaa | (Namni akka koo Jaalalan miidhame waan jiru natti hin fakkaatu)

Halkan Sana Obsuu Dadhabeen Iyye

Iccitii Milkaa'ina Jireenyaa | Ifa Rahmataa TV

gurbaa isaan gargaare maaliif ajjeeste? 💔💔

GUUSHU WAXAY KA BILAABATAA WAQTIGA | sh.mustafa xaaji | @DaartaSunada

Abjuun Nama Sodaachisu Maalirraa Dhufa? Akkamitti Ofirraa Ittisna ?! Furmaata Isaa…

Akkamitti sa'ati 5 qunnamtii goota qaama saalaa Akkamitti guddifta

Jaartii fuudhee baatii 8 booda intala biroo jaalate - Dhaddacha Jaalalaa 59

Muhaadara Magaala Baatuu

Bishaan dhiiraa alatti jigsuu... Dhaddacha Jaalalaa 52

Dhiira Fedheef Kennaan Ture | Seenaa Ajaa'ibaa fi Gaddisiisaa

Videolee Dall-Qunamtii rawwachun kana qaba!

Sh.Abdussalaam Kadir (Gorsa Qalbii Nama Jiisu )

Galaana Jaalalaa ♥️ | Seenaa Jireenya Fatyaa – Egypt, Suudaan fi Biyya Arabaa

"Yoo inni firaashaaf na barbaadu ani nin dida" Dhaddacha Jaalalaa 22

Boosaska Xarfaha ey kala dagaan Dhawaqooda | مخارج الحروف Sh C/Rashiid Suufi #مخارج_الحروف

RNH 915, January 13, 2025 Soora Qalbii

"Waan na hin beeyne na barsiisee na biraa deeme" Dhaddacha Jaalalaa 27

"Dubrummaa jechuun maal jechu? ani hiika dubrummaa hin beeku" Dhaddacha Jaalalaa 31

Jaalalee kee wajjiin wall qunamtii salaa rawwachuu keetiin dura kana beeku qabda!

Dr Zakir Naik Afaan Oromoo || Gaaffii namoota | Qur'aanafi Saayinsii Ammayyaa Wal simu moo wal Didda

"Jaartiin tiyya tan 2ffaa Jaartii duraa hiiktu malee naan jetti" - Dhaddacha Jaalalaa 61

RNH 961, August 18, 2025 Soora Qalbii

RABBII NUHAA TIYSUU ! || SH A/SALAAM KADIIR ||

Imimmaan haati biddeenaa narraa buufte😭

Seenaa: Du'aa'ii Xayyaara Samii buuste! Farhiyaa Aadam 2023

Vidiyoo Sagantaa Harar Kan namni hedduun eegaa ture!!

