Seenaa Ajaa’ibaa intala rakkoon marfamte: Farhiya Aadam 2023
Intalti takka ilmoo baatii 4 harkaa qabdi. Abbaan warraa isii dhimma dalagaatiif manaa bahee hin deebine. Manni keessa jiraattu mana kiraati. Waan kiraa manaa kafaltu dhabdee rakkoo jabduu keessa jirti. abbaan manaa narraa bahi jedhee rakkisutti jira. sanirraan halkan qixxee daa’imni irraa dhukkubsatee daa’ima wajji hospitaala jirti. daa’imni isii wal’aansa gahaa argatee woyyoofnaan gara manaa deebite. Yoo manatti dhihaattu waan ajaa’ibaa argite. Ija ofii amanuu dadhabde. seenaa ajaa’ibaa kana qalbiin dhageeffadhaa!

▶︎
RNH 762, November 7, 2022 Soora Qalbii

▶︎
Seenaa: Namticha Qananiin Duniyaa Hin Taaneef: Farhiyaa Aadam 2023

▶︎
Teknoolojii akkaan nama sodaachisu: Farhiyaa Aadam 2023

▶︎
Osoo tana beeytee raka'aan takka si hin dabartu | Farhiyaa Aadam 2024

▶︎
MALLATTOO QALBII DHUKKUBSATTEE USTAAZ IBSAA HASAN

▶︎
Seenaa Garaa Nama Raasu

▶︎
Galaana Jaalalaa:- Halkan Walakkaa Sa'atii Torbaan Manaa Ariitee Na Baaste Biyya Ormaatti.

▶︎
Maaliif Salaanna? | Farhiyaa Aadam 2024

▶︎
Hadiyyaa Ramadaanaa | Farhiyaa Aadam 2026

▶︎
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023

▶︎
Hojii ajaa'ibaa kan karatti hafe | Farhiyaa Aadam 2026

▶︎
Jaartii fuudhee baatii 8 booda intala biroo jaalate - Dhaddacha Jaalalaa 59

▶︎
Nuur Nama hundaatuu irraa booye | Seenaa Ajaa'ibaa

▶︎
RNH 1013, May 25, 2026 Soora Qalbii

▶︎
RNH 847, January 29, 2024 Soora Qalbii

▶︎
Maaliif Akka Na Dhiiste Beekeera

▶︎
Nuuralhudaa Maaltu Mudate? | Farhiyaa Aadam 2026

▶︎
Maaliif Karoorri Nu Harkaa Fashala? Farhiyaa Aadam 2023

▶︎
Seenaa: Guyyaa Tasgabbii - Farhiyaa Aadam 2023

▶︎
